maaltu tahe
Waamicha koo!!!
Sadaasa 6/2017 EC: Dhiira garaa kutattee qofaf!!! Yeroon qabdu ammumaa Du'aa boodaa jijjiramni hin jiru.
Lubbuun koo takkuma jiraachuunis hiree kooti tahus garuu karaa dogoggoraa irraa hin jiraadhu!!!
waan garaa nama nyaattuu!!
dargaggeessa miskiina
Sulultaa tokkomte!!! Dammaqi!! Addunyaa har'aa saffisaan jijjiiramaa jirtu kana keessatti, ati eessa jirta? Ofis gaafadhu hiriyaa keetifis dabarsi.
Dargaggoonni furtuu egeree ifa ta'e bocuuf qabu ati hoo maalirra jirta? Qormaata ariifachiisaa akka hawaasaatti nu mudatu furuuf humni, kalaqaa fi kutannoon nu barbaachisaa maal gochuu qabnaree?
xiiqii dhugaa!!!
Ergaan dammaqiinsaa kun dargaggoonni dhuunfaa cimina isaanii sochoosuun kaayyoo waloo sulultaa tokkomte uumuuf warraqsa akeekamedha. Har'ii bor miti murteeffadhu jiraachuun hireedha.
Murannoo fi Tarkaanfii
Kutadhu waan hiree keeti hin dhabdu!!! Karaa doggoggoraa irrattii hiree koo hin qooddadhu!!! Kutannoo jechuun galma qabaachuu qofa miti; waa’ee gufuun jiraatus galma sana boqonnaa malee hordofuudha.
Dargaggoonni keenyyaa yeroo har’aa tasgabbii dhabuu dinagdee, jal’ina hawaasummaa fi rakkoo naannoo dabalatee qormaata hedduutu isaan mudataa jira. Gammachuu fi miidhamuu guddaa dhabuunsaa itti fufiinsaan mirkaneessaa.
deemsa waloo!!
Dantaa sabaa malee dantaa ofif hin sochoonu! Galma waloo uumna dantaa sabaa kabachiifna.
Neetworkii ijaaruu: walii walii keenyaa giddutti hidhata jabaa ni uumna.
Tarkaanfii hamaa: imaanaa hin nyaadhuu abaarsaan dhaala waan taheef hin sodadhuu du'uun koo hin oolu. Namnii ani tarkaanfii irratti fudhadhuu ofuma mataa kooti.
maali yaadni keenya!!!
Kalessi darbera bor guyyaa birati har'ii harkaa kee keessaa jira. Injifachuu ni dandeessaa kutadhuu kahii.
Ergaan kun kan darbee quuqamtoota haqaaf
Belete Taye.